Dogoggora yeroo galmee national id idin mudate sirreessuuf
Yeroo National Id Ashaaraa Kennitan
Dogoggora Maqaa Lakkoofsa Bilbilaa fi Teessoo Kan Kana Fakkatan yoo Isin mudate
akkanatti Sirreeffadhaa
**Waa’ee “Fayda ID” (National ID):**
waa’ee faayidaa fi akkaataa itti fayyadama “Fayda ID” (National ID) Itoophiyaa ilaalchisee
**Qabxiilee ijoo:**
* **Fayidaa:** “Fayda ID” (National ID) namoota hedduuf faayidaa qaba.
* **Akkaataa itti fayyadaman:** Odeeffannoo dhuunfaa yoo jijjiiruu barbaadde, “Fayda ID” (National ID) appii “Fayda ID” jedhu fayyadamtee akka jijjiiruu dandeessu Hubadhu.
* **Akkaataa itti jijjiiran (Step-by-step):**
1. Appii “Fayda ID” Play Store keessaa buufadhu (install godhi).
2. Appii banattee “Sign In” godhi (lakk. fayidaa/ID galchi, OTP fudhadhu).
3. “Data Update” kan jedhu filadhu.
4. FCN (lakk. 16) yookaan “Fayda Alias” galchi.
5. “Demographic Data” yookaan “Location” kan jedhu irratti “Edit” godhii jijjiiri.
6. Hubadhu: Waraqaa ragaa barbaachisu (akka Kebele ID, Passport fi Waraqaa ragaa dhalootaa ergi/upload godhi.
7. Dhumarratti “Submit Changes” godhi.
Wanti isiniif hin galin yoo jiraatee karaa Telegram https://t.me/
idirisabdela1